![]() Artisti Usmaayyoon jiruu fi jireenyaan ennaa ummata isaa wajjin lafa irra ture gara laafinaa fi mararoo guddaa uumama Waaqni uume hundaaf qabaachuun beekama.Artiisti Usmaayyoo Muusaa mararoo fi jaalala saba isaaf qabu irraakankae jiruu fi jireenya isaa QBOf dabarsee wareeguudhaan Hawwisoo Caffee Gadaa fi Baandii Gadaa Oromoo keessatti saboonummaa fi wallisummaan baroota dheeraaf tajaajilaa ture. Artisti Usumaayyoon jiruu fi jireenya isaa keessatti dalagaa aartiin inni uummata isaaf kaaee darbe ammo artisti Usmaayyoo bara dhufaa darbu hunda akka yaadatamu isa taasisa.Wallisaa Oromoo beekamaa fi jaallatamaan Usmaayyoo Muusaa baatii Amajjii1967abbaa isaa Muusaa fi haadha isaaFaaxumaa Abdullaahiirraa Baha Oromiyaa magaalaa Haroomaayyaatti dhalate. Qindeessan Seenaa Kanaa Akkawaaq Jaalataa OliiqatiÄuuti sabboonaa Oromoo artisti Usmaayyoo Muusaa gadda ummata Oromoo walii galaa taee darbe baatii darban kanatti. ![]()
0 Comments
Leave a Reply. |
AuthorWrite something about yourself. No need to be fancy, just an overview. ArchivesCategories |